Attention! This site does not support the current version of your web browser. To get the best possible experience using our website we recommend that you upgrade to a newer version or install another browser.

Ergamoota wangeelaa wajjin dubbachuudhaan, jabina argadhaa. Isinii wajjin macafoota qulqullaa'oo dubbisuu fi karaa kadhanna nagaa akka argattan gargaaruu nii dandeenya.
Error: Form could not be submitted at this time. Please try again or refresh the page to start over.
Ergamoita wangeelaa isaanii Waldaa Yesus Kristos Kan Qulqulloota Guyyaa Booda irraa wajjin dubbachuudhaan jireenyoota namoota baay’innaa jijjiirameeran. Aduunya guutuu keessatti, ergamootni wangeelaa ergaa gammachuu isa waa’ee karoora Waaqayyoo fi ergama waaqummaa Yesus Kristos nii hiru.